Artwork

محتوای ارائه شده توسط CHALA ABATE. تمام محتوای پادکست شامل قسمت‌ها، گرافیک‌ها و توضیحات پادکست مستقیماً توسط CHALA ABATE یا شریک پلتفرم پادکست آن‌ها آپلود و ارائه می‌شوند. اگر فکر می‌کنید شخصی بدون اجازه شما از اثر دارای حق نسخه‌برداری شما استفاده می‌کند، می‌توانید روندی که در اینجا شرح داده شده است را دنبال کنید.https://fa.player.fm/legal
Player FM - برنامه پادکست
با برنامه Player FM !

Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa Oromoo

1:07:26
 
اشتراک گذاری
 
Manage episode 441161339 series 2805990
محتوای ارائه شده توسط CHALA ABATE. تمام محتوای پادکست شامل قسمت‌ها، گرافیک‌ها و توضیحات پادکست مستقیماً توسط CHALA ABATE یا شریک پلتفرم پادکست آن‌ها آپلود و ارائه می‌شوند. اگر فکر می‌کنید شخصی بدون اجازه شما از اثر دارای حق نسخه‌برداری شما استفاده می‌کند، می‌توانید روندی که در اینجا شرح داده شده است را دنبال کنید.https://fa.player.fm/legal

aanaa2013@gmail.com

CBB: Fullbaana 21/2024-Mata duree Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo jedhu irratti waliin dubbii Dr.Caalaa Olaanaa waliin goone hordofaa
Hiriira Siyaasa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo
Yaada asii gadii haala jiru hunduu quba ni qaba garuu eessa jirra jennee of gaafachuun hin baduu.
Somaaleen, kana dura Eritriyaa duukaa lola Abiyyi ahmediif maabara seentee waraana ergaa turte har’a ammo salphoo soqolattee salphinaan gargaaru akka jedhamu, saayiba ishee isa Itoophiyaa hunkurutti quba qabdee jirti.
Haala amma dhalate yoo ilaalle gabaabsinee
1. Somali-land, biyya hawwii bilisummaa guddaa qabdu, osoo bilisoomtees ishee malu. Garuu harka seexanaa buutee nagaashee duraan qabdullee of hunkuruuf herrega siyaasaa dogogoraatiin michummaa sheexanaa dhaqxe dha. Haalli ishee nama gaddisiisa. Dogoggora seenaa itti tahuuf jira adeemsi isheen alana deemte.
2. Somaaliiyaa, biyya nagaa hin qabne dha. Addunyaatu beeka kana. Ammoo firoota hin qabdu jechuu miti. Firootni isheen qabdu qofa osoo hin taane, warren kallattii adda adaan Itoophiyaan sun akka nagaa dhabduu barbaadaniifis biyya maraatuun bultu sanatti adaba gochuu inuma hawwu. Carra sanaan Somaaliyaatti michoomuun keekii bareedee qophaahe akka argachuuti.
3. Egypt (Misrii), haalli hidhaa laga Abbayaa kan yeroo hunda ishee cinqu, misir itoophiyaan biyya tasgabbii qabdu akka taatu hin feetu. Kanaaf ragaan Biraanuu naggaafaa warra irraa doolaara guurrataa ture caalaa hin jiru. Kanaaf Biyyi Egypt, har’a meeshaa waraana Somaaliyaatti guuruun, dinagdee fi kkf tiin deeggaruun Somaaliif carraa addaati
4. Eritrea, namichi ani gamna jedhuu boor hin beekne, Isaayyaasiin waamee akka haadha manaatti qubeelaa harkatti akka kaahuuf taa’e lola Tigraay itti fayyadamee ari’e. kun aarii guddaa dha. Isaayyas lubbuun osoo jiruu kana ijaa bahachuuf waan isa fayyadu kamiinuu ni raawwata. Kanaaf Egypt fi Eritrean ammatti cidha waraanaa Somaaliyaan itti jirtu kanaaf dura bu’ummaan hojjechuutti jiru.
5. Gaheen Eritrea maali? TPLF duukaa araara buusuu, Faannoo durumaan leenjisuuf hidhachiisu jabeessuu, TPL fi Faannoo hoogganuun lola haaraa kana keessatti gahee biyya sana abba bushuu fi akkamitti akka bushuun irra jiru irratti hojjechuu, yaada kanaaf ammo TPLF badii kana dura Shaabiyaa irratti dalagde yoo dhiifte nuti isaaniin michuummaa jabeeffachuuf qophii dha jedhee jira. Egaa Abiyyiif bale gizoonni, TPLFn lamatti hirree carraa kana hanbisna jedhanii dhamahaa jiru. Gareen Geetaachoo fi Gareen D/Tsiyoon ammatti waldhabdee jabduu qabaataniiru. D/tsiyoon genociden ragaan hin jiru hin taane hanga jedhuutti gaheera. Bilchina siyaasaa isaa agarsiisa. Genocide tahuu adunyaatu beeka, garuu ammatti gareen Geetachoo kan kaleessa taheef haqa hin fidne, ittiin qofa uummata Tigraay sodaachisee, uummatichi jiilee harka Abiyyitti akka laadhatuuf dhamahaa jira. D/Tsiyoon ykn TPLF garuu garee gantuu kana of keessaa ari’anii jiru. Inumaa waan Genocide tiin uummata hin shororkiin jechuutti jira. Kana jechuun haqni uummata Tigraay hanga kabajamutti lolas tahu ni lollaa fakkaata. Kanaaf Yaadni Egypt diinota PP walitti fiduu ni dhugooma jechuudha. Garii keenyaaf jarri kun akka hin fayyineti walmadeessaniiru akkamiin jechuu dandeenya. Garuu siyaasni madaa sana lakkaa’uu osoo hin taane waan kaayyookee galmaaf sii gahu kamiinuu fayyadamuu dha. Ammoo isaanis raakoon isaanii Abiyyiin loluun booda hiikatee dhumeera jechuu miti, garuu ammatti diina hundasaaniif soda tahe qabu, Shaabiyaan haala Kanaan yoo Abiy Tigraay fi Amaara dhuunfate, galaana diimaa isaanii qofa osoo hin taane biyya isaanii itti wareegama hadhaahaa kamiinuu kaffalan illee dhiisuuf akka hin jirre sirriitti beeku. Kanaaf sheexana waliinillee taatu, isa kana d

Support the show

  continue reading

196 قسمت

Artwork
iconاشتراک گذاری
 
همه قسمت ها

×
 
Loading …

به Player FM خوش آمدید!

Player FM در سراسر وب را برای یافتن پادکست های با کیفیت اسکن می کند تا همین الان لذت ببرید. این بهترین برنامه ی پادکست است که در اندروید، آیفون و وب کار می کند. ثبت نام کنید تا اشتراک های شما در بین دستگاه های مختلف همگام سازی شود.

راهنمای مرجع سریع